Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa waggaa 7ffaa gaggeessuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa waggaa 7ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi dhimmoota ijoo galmoota baajataa, baajata Mana Murtii waliigalaa fi Muummicha Ooditara, wixinee labsii Qaamolee raawwachiiftuu, aangoo fi hojmaata irra deebiin fooyya’ee ba’erratti mari’achuun ni ni raggaasiisaan kan eeggamu ta’uu AMC gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.