Fana: At a Speed of Life!

 Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ayyaana Faasikaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyanni du’aa ka’uu Jaalalli jibiinsa, dhugaan soba, gaarummaan hammeenya kan itti injifatedha jedhan aadde Adaanach karaa fuula Feesbuukiisaaniin.

Ayyaanichi jaalalli, waliin ta’uun, abdiinii fi dhiifamni kan itti dagaagu, walii yaaduun kan itti jabaatu, kan qabnurraa itti qoodnu, kan uffata hinqabne itti uwwisnu akkasumas maaddii kan itti walii qoodnu nuuf haa ta’uus jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.