Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebee boqachuu artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee boqachuu Dooktara kabajaa Looreet artiist Lammaa Guyyaaf gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti boqachuu Dooktara kabajaa Looreet artiist Lammaa Guyyaaf gadda isaaniitti dhaga’ame ibsaniiru.

Maatii, firoottanii fi michuuwwan isaaniif jajjabina hawwaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.