Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa magaalichaa daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa  Daa’immanii fi Dargagoota Finfinnee fi mana Tiyaatiraa Hagar Fiqir daawwataniiru.

Ijaarsi haaromsa manneen tiyaatera kanneenii saffisaa fi qulqullinaan ijaaramanii akka xumuramanii fi rakkoolee jiran furuun ijaarsa dhalootaa kayyeffatamaniif ga’uu hanga  danda’anitti bulchiinsi magaalichaa deeggarsa irraa eegamu hunda kan taasisu ta’uu aadde Adaanach ibsuu ragaan waajjira kantiibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.