Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan

Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.
Aadde Adaanach Piroojektii Naannawaa Jireenyaa Gullallee Abbaa Darbii 5 abbootii warraa 200 tajaajilu, Giddu Gala tochaa Buddeenaa Eelee ammaayyaa 450 qabu kan haadholii 551 carraa hojii uumu, Giddu gala qindeessa Aannanii, Daandii fi Giddu gala Nyaataa of keessatti hammate eebbisiisuun hojii jalqabsiisaniiru.
Hojiileen qindaa’aa misoomaa Gullallee kun jiraattoota kuma 1 fi 533f carraa hojii uumuu ragaan waajjira Kaantibaa magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.