Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Joozee Maasingaa dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Hojiilee misoomaa magaalaa Finfinneetti raawwatamaa jiran, daandiiwwan dhimmoota gam-lameen waliin hojjachuun danda’amu irrattii fi haalota hariiroo obbolummaa Finfinneen magaalota Ameerikaa waliin qabdu guudisuun danda’amu irratti mari’achuu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.