Fana: At a Speed of Life!

Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Afaar ta’uun filataman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana marichaa taasiisuun filateera.
Aadde Mayriimaa Mahaammad ammoo itti aantuu Af Yaa’ii taasiisuun filateera.
Filatamtoonni lameen sirna kakuu raawwtaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.