Fana: At a Speed of Life!

Aadde Faantayyee Kabbadaa Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Sidaamaa ta’uun filataman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faantayyee Kabbadaa Af Yaa’ii mana manee naannichaa taasiisuun filateera.
Aadde Faantayyee Kabbadaan sirna kakuu raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.