Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Agaarfaa fi aanaa Goorootti dargaggoonni hojii dhabeeyyiin waldaan gurmaa’uun Qamadii misoomsaa jiru

Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Godinaa Baalee Aanaa Agaarfaa fi aanaa Goorootti dargaggoonni hojii dhabeeyyiin waldaan gurmaa’uun lafa hektaara 45 irratti Qamadii misoomsaa jiraachuu himameera.

Dargaggoota hojii dhabeeyyii 35 waldaan gurmaa’uun qamadii misoomsaa jiran kanneen Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Abarraa Warquun bakka ooyirichaatti argamuun jajjabeessaniiru.

Akka naannichaatti dargaggoonni hojii qonnaarratti heddumminaan akka hirmaatan hojjetamaa jiraachuu obbo Abarraan eeraniiru.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.