Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atame

Finifnnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atamuu ibsame.
 
Sakatta’iinsa tasaa halkan Konkolaataa fe’iinsaa naannoo Amhaaraa godina Goojjam irraa gara magaalaa Finfinnee imalaa tureerratti taasiifameen Bireeniin 7 too’atamuu ragaan Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii mootummaa godina Shawaa Kaabaarraa argame ni agarsiisa.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
 
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.