Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Kuyyuutti Rasaasni seeraan alaa too’atame

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Bulchiinsa Magaalaa Garba Gurraachatti rasaasni Kilaashii 500 ta’u seeran ala daddabarfamaa ture too’atamuu ibsame.
Eeruu hawaasa irraa argameen Amajjii 20/2013 Bulchiinsa Magaalaa Garba Gurraachaa naannoo Buufata Konkolaataa duriitti sakkata’iinsa taasifameen rasaasni kilaashii 500 too’annaa seera jala ooluu Waajjirri Kominikeeshiinii mootummaa aanichaa ibseera.
Shakkamtoonni lama too’atamuun dhimmi isaanii Seeran kan hordofamaa jiraachuu himameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.