Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi filannichaan hawaasni Ityoophiyaa kutannoo fi xiiqii biyya qajeelchuuf qabu ifatti kan mul’iseedha -Aadde Mufariyaat

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Adeemsi filannichaan hawaasni Ityoophiyaa kutannoofi xiiqii biyya qajeelchuuf qabu ifatti kan mul’isee ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil ibsaniiru.

Ministeerri Nageenyaa adeemsa filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa gamaggameera.

Waajjirri Ministeerichaa jala bultii filannichaa irraa eegalee jijjiirama odeeffannoo teeknooloojiin deeggarame taasisaa akka ture kan himameera.

Hojii waloo naannoolee waliin hojjetameen bakkeewwan murasaan ala filannichi karaa nagaan akka gaggeeffame taasisuusaa gabaasicha keessatti ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.