Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi oomisha konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa dhaabbilee biyya keessaa jajjabeessaadha-MM Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Ebla 10, 2016 (FBC)- Adeemsi oomisha konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa dhaabbilee biyya keessaa jajjabeessaa Ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dookytar Abiy Ahimad ibsan.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, “Oomisha sibiilaa guddisuun qaama imaammataa misooma indaastirii keenyaati” jedhan.

Invastimantii alaa fayyadamuun, shiboo elektirikii humna olaanaa dabarsanii fi utubaalee damee elektirikii fi teelekoomiif biyya keessatti dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Dabalataan hojii oomishaa konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa daawwachuu ibsanii, “Adeemsi oomisha konkolaattotaa fi qaamolee jijjiirraa dhaabbilee biyya keessaa jajjabeessaadha jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.