Fana: At a Speed of Life!

Afrikaan kuufama qabeebya ishee misoomsuu fi fayyadamuuf beekkumsii fi murannoon dargaggoota ardichaa murteessadha jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Hirmaattoonni Yaa’ii Dargaggoota Afrikaa hojiilee Ministeera Albuudaa daawwataniiru.

Afrikaan kuufama qabeebya ishee misoomsuu fi fayyadamuuf humni ishee olaanaan beekkumsaa fi murannoo dargaggoota ardichaa ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan ibsaniiru.

Lammiileen Afrikaa gaaddisa tokko jalatti akka walitti qabaman, sagalee bilisummaa Afrikaa kan taate Ityoophiyaan har’as abdii egeree Afrikaa dargaggoota walitti waan fiddeef gammachuu fi kabajni itti dhagahama jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.