Fana: At a Speed of Life!

Afrikaanoonn faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu qabu – Preezdaant Maakii Saal

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Afrikaanoonni faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu akka qaban Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal ibsaniiru.
Afrikaan carraawwan diinagdee ishee ariifachiisan hedduu kan qabdu ta’uu Preezdaant Maakiin fuula Tiwiitarii isaanin ibsaniiru.
Preezdaant Maakiin ergaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyoota muraasa dura fuula Tiwiitarii
isaanirratti barreessan qooddachuun yaada kana laachuu isaanii ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.