Fana: At a Speed of Life!

Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizootaa baname

Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Agarsiisaa fi baazaariin intarpiraayizoota xixiqqaa biyyoolessaa Finfinneetti baname.

Agarsiisichi Muddee 21 amma Muddee 27,2012tti kan turu ta’a.

Sirna baniinsaa agarsiisaa fi baazaarii biyyoolessaa kanarratti ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Koonistiraakshinii Injiinar Ayshaa Mahaammad argamaniiru.

Hoji dhabdummaa magaalotatti muul’atu furuuf ga’een misooma intarpiraayizootaa olaanaa ta’uu Injiinar Ayshaan ibsaniiru.

Rakkoo hoji dhabdummaa muul’atu furuuf misooma intarpiraayizootaa jabeessuun murteessaa ta’uus eeraniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.