Fana: At a Speed of Life!

Agarsiisni Imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa baname

Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Agarsiisni imala waggoota 30 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baname.
Agarsiisni kunis Biiroo Kominikeeskinii Oromiyaan kan qophaa’e ta’uun eerameera.
Agarsiisa kanarratti seektaraalee Mootummaa Naannichaan hojiileen hojjetaman agarsisaaf dhiyaataniiru.
Raahmaa Ahmaditu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.