Fana: At a Speed of Life!

Akaadaamiin Ispoortii dargaggoota Ityoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa jedhamuun moggaafame

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Akaadaamiin Ispoortii dargaggoota Ityoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa jedhamuun moggaafameera.

Bu’uura fooya’iinsa moggaasa qaamolee raawwachiistuu Federaalaan Akaadaamiin Ispoortii dargaggoota Ityoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Ityoophiyaa jedhamuun moggaafameera.

Bifuma wal fakkatuun waajjirri farraa se’eessituu Biyyoolessaa Ityoophiyaa gara abbaa taayitaa farraa se’eessituu Ityoophiyaatti jijjiirramuu ragaan komishinii Ispoortiirra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.