Fana: At a Speed of Life!

Aljeeriyaan talaallii Vaayrasii Koroonaa oomishuu eegalte

Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Aljeeriyaan har’aa eegaltee talaallii Vaayrasii Koroonaa “siinoovaak” jedhamu oomishuu eegaluu ibsame.
Biyyattiin fedhii biyya keessaa guutuurra darbee gabaa alaatiif dhiyeessuuf oomisha eegaluu ishee himameera.
Talaalicha oomishuu kan eegaltu Chaayinaa waliin yoo ta’u, baatii Onkoloolessaatti talaallii miiliyoona 1, Sadaassaa miiliyoona 2 akkasumas Muddee miiliyoona 3 oomishuuf karoorfachuu mootummaan biyyattii ibseera.
Maddi:- Reuters
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.