Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Dirribaa Kumaan koree dhaabbii dhimma alaa Siwiidinii fi itti gaafatamaa Afrikaa Guruup waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Siwiidinii fi biyyoota Noordiikitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dirribaa Kumaan koree dhaabbii dhimma alaa Siwiidinii fi itti gaafatamaa Afrikaa Guruup waliin mari’atan.

 

Ambaasaaddar Dirribaan koree dhaabbii dhimma alaa Siwiidin Keeneez Foorzislaandii fi itti gaafatamaa Afrikaa Guruup Maalkoolim Jaaloow  waliin mari’ataniiru.

 

Hariiroo Ityoophiyaa fi Siwiidiin, akkasumas faayidaa waloo naannichaa irratti xiyyeeffachuun mari’achuu isaanii ragaan Siwiidinitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni agarsiisa.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.