Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Leencoon  hogganaa olaanaa dhaabbata invastimantii qonnaa fi qabeenya beelladaa Saa’udii waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa hogganaa olaanaa dhaabbata invastimantii qonnaa fi qabeenya beelladaa Saa’udii Suleeyimaan Abdulrahimaan waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaan misoomaa qonnaa fi qabeenyaa beelladaarratti hariiroosaan qaban irratti marii taasisaniiru.

Dabalataanis biyyoonni lamaan damee nageenya nyaataarratti waloon hojjechuu waliigaluusaanii ragaan Imbaasii Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argamuurra argame ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.