Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Muluu Solomoon Jarmanitti daayreektara Biiroo Dhimma Alaa Saharaa Gadii waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Jarmanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muluu Solomoon daayreektara Biiroo Dhimma Alaa Saharaa Gadii Ambaasaaddar Roobart Doolgaar waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniitin haala waqtaawaa biyyaarratti mari’achuu Jarmanitti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiseera.
Hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota biroorratti mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.