Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaddaroonni biyyoota garagaraa fi hoggantoonni dhaabbilee idila addunyaa proojektoota ijaaramaa jiran daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2014 (FBC) – Ambaasaddaaroonni biyyoota garagaraa, hoggantoonni dhaabbilee idila addunyaa proojektoota Magaalaa Finfinneetti ijaaramaa jiran daawwataniiru.
Ambaasaaddaroonnii fi hooggantooni dhaabbilee idil addunyaa kunneen Mana Kitaabaa Abrihoot, Paarkii Tokkummaa, Moodela Misooma Quubsumaa Lafaa Waajjira Muummee Ministiraan gaggeeffamaa jiruu fi qonnaa magaalaa daawwataniiru.
Akkasumas giddugalaa gaalarii Ministeeraa Albuudaa dabalatee proojektoota biroo daawwachuu isaanii ragaan Waajjiraa Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.