Fana: At a Speed of Life!

Artist Wandiwasan Birhaanuu (Saajiin Dokkilleen) addunyaa kanarraa du’aaan boqote

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Artiist Wandawasan Birhaanuu Saajiin Dokkillee jedhamuun kan beekamu  addunyaa kanarraa du’aan boqote.

Artiist Wandawasan dhibee onneen umrii waggaa 57ffaa isaatti addunyaa kanarraa du’aan boqoteera.

Artiist Wandawasan Birhaanuun waggoottan 20 darbaniif aartii gama koomeediin hojiilee bashannansiisoo fi barsiisoo uummata biraan ga’aa turuun isaa kan yaadatamudha.

Artiist Wandawasn Birhaanuun bultii kan dhaabbatee fi abbaa ijoollee 5 ture.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.