Fana: At a Speed of Life!

Atileetiin Ugaandaa Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsame

Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Atileetiin Ugaandaa Beenjaamiin Kiplaagaati Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsameera.

Fiigicha gufachiisaa Fageenya Kiiloo Meetira 3 biyya isaa bakka bu’uun dorgomaa kan tura Atileet Beenjaamiin Kiipailaagaan mormaa fi lapheerra meeshaalee qaraan waraannamee konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsameera.

Atileetiin kuni magaalaa giddugala leenjii atileetota Keeniyaa kan taate Eldoreetitti lapheefi morma keessa waraanamee konkolaataa keessa akka argame gabaafameera.

Du’a Atileetichaa ilaalchisee Poolisiin Keeniyaa qorannoo gaggeessuu eegaluu BBCn gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.