Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli baname

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) –Magaalaa Harariitti Ayyaana lid Shawwaal sababeeffachuun agarsiisni Aadaa fi Feestivaalli banameera.
Agarsisichi Bakka Pireezidaantiin Naannoo Hararri Obbo Ordiin Baadrii ,Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa, Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasiise Caalii fi qoondaaltoonni Mootummaa naannoo fi Fedeeralaa biroon argamanitti banameera.
Agarsiisichi mata duree” Ayyaana Iid Shawaal Tokkumma Sabdannessummaa fi GuddinaTuurizimii Keenyaaf “jedhuun banameera.
Agarsiisni guyyoota lamaf turu kun hariiroo sabaaf sablammoota kan cimsuu ta’uu Hoggaanan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii naannicha Obbo Tawaalde Abdoosh dubbtaniiru.
Biil Boordiin Waraqaa Ragaa Dhaabbata Barnoota, Saayiinsii Fi Aadaa Dhaabbataa Motummaoota Gamtoomaniin Ayyaanna Iid Shawaalaaiif kenname keessummoota kabajan eebbifamuu TOI gabaaseeera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.