Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaan karaa nagaan xumurame -Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaan karaa nagaan xumuramuu beeksise.

Komishinichi ayyaanni Cuuphaa fi Kataraa karaa nagaan xumuramuu ibsuun, ayyaanich karaa nagaan akka xumuramuuf deeggarsa hawaasni taasiise galateeffateera.

Kabaja ayyaannichaa daheeffachuun shakkamtoonni yakkoota garaagaraa raawwatan 7 to’atamuun himanni irratti banamuu ibseera.

Ayyaanoonni yeroo itti aanu kabajaman haaluma kanaan karaa nagaan akka xumuraman hawaasni deeggarsa taasiisu cimsee itti fufuu akka qabu waamicha dhiyeesseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.