Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajame

Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) –Ayyaanni Qillee hordooftoota amantaa kiriistaanaan guutuu biyyatti kabajameera.
Ayyaanicha ilaalchisuun Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, Preezdaanti Saahilwarqi Zawdee, Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa pobbo Dammaqaa Mokonnin, Abbootii Amantaa fi hoggantoonni olaanoo hojii mootummaa ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin ayyaanichi kan nageenyaa, jaalalaa fi waliif yaaduu,ittisa vaayrasii koroonaa hojiirra oolchuun akka kabajamu waamicha dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.