Fana: At a Speed of Life!

Baatii Adoolessaa Daldala Alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 329 argame

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Baatii Adoolessaa Daldala Alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaamiiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 29 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
 
Baatii Adoolessaa Daldala Alaarraa damee Qonnaa, Maanuufaakcheriingii fi Albuudarraa Doolaara miiliyoona dhibba 3 fi kuma dhibba 5 ol galii argachuuf karoorfamee Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 29 argamuu ministeerichi beeksiiseera.
 
Galiin Baatii kana argame kan bara darbee yeroo walfakkaatun yoo madaallame miiliyoona 54 caalmaa qabaachuu ibsameera.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.