Fana: At a Speed of Life!

Baatiiwwan lamaan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 92 argame

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Baatii Adooleessaa fi Hagayyaatti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 92 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiseera.
Dameewwan oomishaa qonnaa, daldalaa fi insaatiriirraa akkasumas Albuuddaarraa galiiwwan kunneen argamuu ragaan Ministeera galiiwwan irraa argamee ni muul’dhisa.
Maddi:-Ministeera Daldalaa fi Indaastirii
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.