Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan salgan darban Birrii biiliyoona 10.35 oliin suphaan daandii gaggeeffame

Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Baatiwwan salgan darban Birrii biiliyoona 10.35 ol Maddoota galii adda addaarraa argameen Suphaan daandii gaggeeffamuu Bulchiinsi Daandiwwan Itiyoophiyaa beeksise.
Maallaqa maddoota garaagaraarraa walitti qabameen hojiin suphaa daandii idilee fi idileen alaa gaggeeffamuu himameera.
Daandiwwan akka hin miidhamne hojiin suphaa yeroo isaa eegatte raawwachuun kan itti fufu ta’uu ragaan bulchiinsicharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.