Fana: At a Speed of Life!

Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate

Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Bamlaak Biyaadigilinyii Dorgommii Moo’aa Moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaa injifate.

Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan ture Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot torbee 13ffaan har’a xumura argateera.

Bamlaak Biyaadigilinyii dorgommicha injifachuun Badhaasaa Birrii miiliyoona 1.5 fi Waancaa kabajaa badhaafameera.

Haabtaamuu Yiheenaw 2ffaa ba’uun Biirrii miiliyoona 1, Heenok Birhaanuun 3ffaa ba’uun Birrii kuma 500 fi Tigist Asmaareen 4ffaa ba’uun Biirrii kuma 300 badhaafamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.