Fana: At a Speed of Life!

Biiraan Daashiin projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii miiliyoona 25 arjoome

Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Biiraan Daashiin projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii miiliyoona 25 arjoomuu beeksise.
Dhaabbatichi ibsa har’a lateen waggoota 20 darbaniitti misoomaawwan garagaraaf Birrii miiliyoona 600 arjoomuu yaaddachiiseera.
Projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii miiliyoona 25 arjoomuus beeksiseera.
Fuuladurattis misooma biyyaaf deeggarsa cimsee akka itti fufu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.