Fana: At a Speed of Life!

Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun dhaabbatera

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun har’arra kasee dhaabbateera.

Jijjiirraan Birrii haaraa baatii Muddee 6, 2013 irraa eegale akka xumuramu Baankiin Biyyaaleessa Ityoophiyaa kana dura ibsuun isaa ni yaadatama.

Baankichi kana duraa baatii Sadaasa 10, 2013tti ibsa laaten akka beeksisetti, har’arraa kaasee Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun hin danda’amu.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.