Fana: At a Speed of Life!

Boordichi liinkii barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo ittin galma’aan ifoomse

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyoolessaa barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo liinkii filannoof itti galma’aan ifoomseera.

Barattoonni liinkii http://www.nebe.org.et/ovrs cuqaasuun filannoof galmaa’uu akka danda’aan boordichi ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.