Fana: At a Speed of Life!

Boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun ni danda’ama- Ministeera Barnootaa

Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Boruu eegalee bu’aa qormaata kutaa 12ffaa karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuun kan danda’amu ta’uu Ministeera Barnootaa beeksiise.
Qormaanni kutaa 12ffaa soroorfamee xummuramuu Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Geetahuun Makuriyaan fuula miidiyaa Hawaasummaa isaan ibsaniiru.
Barattootta har’a yookaa boruu eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.