Fana: At a Speed of Life!

Bulchinsi magaalichaa hojjettoota kenna tajaajilaa gufachiisan irratti tarkaanfii fudhate

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu hojjettoota magaalichaa kenna tajaajilaa gufachiisan 29 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.

Bulchiinsi Magaalichaa raawwii hojii kurmaana 1ffaa keessatti hojjettoota magaalichaa kenna tajaajilaa gufachiisan 29 irratti tarkaanfii fudhachuu Ittaanaan Kantiibaa Magaalichaa Obbo Abdusalaam Mahammaad ibsaniiru.

Hawaasni magaalichaa tajaajila si’ataa fi haqa qabeessa akka argatan xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuus eeraniiruu.

Hoggansaa fi Hojjetaa waajjira keessa taa’uun hojii hannaafi loogii raawwaachuun abbaa dhimmaa ta’e jedhee deddeebisu irratti hawaasa waliin mari’achuun hojiin adda baasuu hojjetamaa jiraachuu,Obbo Abdusalaam himuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.