Fana: At a Speed of Life!

Buufanni sakattoo daandii Iityoo Jibuutii 3ffaan hojii eegale

Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Buufanni sakattoo daandii Iityoo Jibuutii 3ffaan hojii eegale.
 
Buufatichi naannoo Afaar Balihoorratti kan ijaarrame yoo ta’u, kaleessa ifatti ebbifamuun hojii eegalchiifameera.
 
Ebbicharratti kan argaman ministir deettaan Ministeera Nageenyaa aadde Fire’aalam Shibaabbaaw qaamolee hojichi akka milkaa’u gumaachan mara galateeffataniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.