Fana: At a Speed of Life!

Caffeen Oromiyaa boqachuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibse

Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Qabsaa’aan Oromoo gameessi, Hayyuu Dureen ABO duraanii Jaal Galaasaa Dilboo boqachuu isaanitti gadduu ibseera.
Qabsaa’aan Oromoo gameessi, cunqursaa halagaaf falli qabsoo hidhannooti jedhee kaleessa saba isaarraa falmaa ture, Hayyuu Dureen ABO duraanii, Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’aa, Jaal Galaasaa Dilboo dhibee tasaa isaan mudateen lubbuun darbuu isaaniitiin Caffeen Oromiyaa gadda guddaan kan itti dhagahame tahuu Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.