Fana: At a Speed of Life!

Daandiwwn sababa misooma Koriidariin cufamanii turan banaman

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Daandiwwn sababa misooma Koriidariin tajaajila tiraafikaaf cufamanii turan banamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Haaluma kanaan:-
• Daandiin Dajjjachi Wubee karaa Afincoo barriin gara Riqicha Raas Makonniin,
• Dhaddacha Baashaawaldee karaa Hoteela Turistiin gara Riqicha Raas Makonniin Afincoo Barri,
•Hospitaala Daanuu – Hoteela Turistiin gara Riqicha Raas Makonniin Afincoo Barri,
• Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Araadaan Hospitaala Daanuun kallattii tokko qofaan fayyadamuun kan danda’amu ta’uu Poolisiin Finfinnee ibseera.
Kun akkuma jirutti ta’ee sababa misooma Koriidarii hojjetamaa jiruun yeroo gabaabaa fi dheeraaf konkolaataa dhaabuun dhorkaa ta’uu yaadachiiseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.