Fana: At a Speed of Life!

Damee nageenya saayibariin haala diyaaspooraa waliin hojjechuun danda’amurratti mariin gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)- Damee nageenya saayibariin haala diyaaspooraa waliin hojjechuun danda’amurratti waltajjiin marii gaggeeffame.

Ejensiin Nageenya Odeeffannoo mata duree “ hirmaannaa diyaaspooraa nageenya saaybarii biyya keenyaaf” jedhuun damee nageenya saaybariitiin diyaaspooraa waliin haala hojjechuun danda’amurratti waltajjii marii gaggeesseera.

Dhimmi nageenya saaybarii dhaabbata tokko qofaaf kan dhiisamu akka hin taanee fi hirmaannaa dhaabbilee hundaa kan barbaadu ta’uu Daayrektarri Olaanaan ejensichaa Dooktar Shuumatee Gizaawu ibsaniiru.

Deeggarsi ejensichi hawaasa diyaaspooraarraa barbaadu baayyee ta’us ce’umsi beekumsaa isa olaanaa ta’uu kaasaniiru.

Hawaasni diyaaspooraa hojiiwwan ejensichan hojjetamanii fi hojjetamaa jiran daawwachuu ragaan Ejensii Diyaaspooraarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.