Fana: At a Speed of Life!

Deeggarsi Raayyaa Ittisaa jiraattoota godina Shawaa Kaabaarraa ergame Goondar ga’e

Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Jilli Bulchaa godina Shawaa Kaabaa obbo Indashaaw Birihaanuun Deeggarsa Raayyaa Ittisaa jiraattoota godina Shawaa Kaabaarraa ergame sangoota 650 fi Hooloota 580 Goondariin ga’eera.

Hoggantoonni Naannoo Amaaraa fi Ummanni Goondar jilichaaf simannaa hoo’aa taasisaniiru.

Hoggantoonni fi Jiraattoonni Goondar deeggarsa taasiifameef maqaa fi Raayyaa Ittisaan galateeffataniiru.

Deeggarsichi cimee kan itti fufu ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.