Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii fi Dhaabbanni Geejjibaa Haroo Xaanaa walitti makaman

Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Geejjiba Gaalaanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa, Dhaabbata Geejjibaa Haroo Xaanaa waliin walitti makame.

Sirni walitti makamuu dhaabbilee lameenii Magaalaa Baahirdaaritti gaggeeffameera.

Saganticharratti Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa dabalatee Hoji Gaggeessaan Dhaabbataa Geejjibaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa Obbo Roobaa Magarsaa fi qondaaltonni hojii mootummaa biroon argamaniiru.

Walitti makamuun dhaabbilee lameenii qindoominaan akka hojjetan kan taasisuudha jedhameera.

Saamu’eel Warqaaayyootu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.