Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasise

Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasisuu gabaafame.

Liqichi diinagdee biyyattii tasgabbeessuufi guddina olaanaa galmeessisuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera.

Zaambiyaan rakkoo bulchiinsa diinagdee waggoottaniif ture keessummeessaa jiraachuufi hangi guddina ishee hiyyummaa, walqixummaa fi hanqina nyaata madaalamaa dandamachuuf rakkisaa ta’uu eereera.

Biyyattiin malaammaltummaa irratti duuluu, deeggarsa boba’aarratti taasistu dhaabuufi deeggarsa qonnaarratti taasistu bu’aa qabeessa taasisuu akka qabdu ibsuu BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.