Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 78 fi Xaafii kuntaala 700 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 78 fi Xaafii kuntaala 700 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Arsii Birrii miiliyoona 30 fi Xaafii kuntaala 700, Yuunvarsiitiin Hawaasaa Birrii miiliyoona 45, akkasumas dhaabbileen dhuunfaa garaagaraa Birrii miiliyoona 3 fi uffataalee Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Dhaabbileen kunneen deeggarsicha Ministir Deetaa Raayyaa Ittisaa Maartaa Liwiijiif laachuu OBN gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.