Fana: At a Speed of Life!

Dhalattoonni naannoo Gaambeellaa Kutaa magaalaa Yakka jiraatan aadde Adaanach Abeebee galateeffatan

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC)- Dhalattoonni naannoo Gaambeellaa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Yakka jiraatan itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee galateeffataniiru.
Dhalattoonni naannichaa kunneen aadde Adaanach Abeebeen magaalaan Finfinnee magaalaa lammiilee Ityoophiyaa hunda ta’uushee hojiin mirkaneessuu isaanii galateeffachuun kennaa laataniiruuf.
Dabalataanis dhalattoota Gaambeellaa dabalatee jiraattoonni magaalaa Finfinnee jiraataan filannoo baranaarratti hirmaannaa ho’aa akka taasisaniif shooraa ba’ataniif galateeffataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.