Fana: At a Speed of Life!

Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa waraanaa itti hogganaan daawwatan

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waraanaa itti hogganaan daawwataniiru.

Gareen shororkeessaa ABUT gaarreen Kaasaagiitaa qabachuun Miillee qabachuudha abdii jedhuun turus Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad addichatti argamuun hoggansa laataniin fedhiin isaanii Abjuu ta’ee hafeera.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad addichatti argamuun hoggansi Preezdaantii naannoo Afaar Awwal Aarbaa waliin laatan tarsiimoo injifannoon boonsaan itti argame ta’uu ibsameera.

Diyaaspooraawwanis addichatti argamuun iddoo Muummeen Ministiraa yeroo jalqabaaf hoggansa itti laatan daawwataniiru.

Haabtaamuu Taklasilaaseetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.