Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad riifoormii seeraa waggoota sadan darbaniitti hojiiwwan hojjetamaan utubaawwan badhaadhinaa fi mul’ataa Ityoophiyaa ta’uu ibsan

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad riifoormii seeraa waggoota sadan darbaniitti hojiiwwan hojjetamaan utubaawwan badhaadhinaa fi mul’ataa Ityoophiyaa ta’uu ibsaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, Boordii Filannoo Biyyoolessaa dabalate, komishinii mirgaa namoomaa fi mana murtii waliigalaa FDRI fi walabummaa dhaabbilee deemikoraasii fi haqaa mirkaneessuuf hojiin rifoormii hojjetamuu ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.