Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Preezdaanti Siiriil Raamaafoosaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamafoosaa waliin bilbilaan mari’ataniiru.
 
Dooktar Abiy, Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiriil Raamafoosaa erga dura taa’aa gamtaa Afrikaa ta’anii tattaaffii cimaa dhimmoonni Afrikaa Afrikaanotaan akka furmaata argatan taasisaaniif dinqisiifannaa qaban ibsaniiru.
 
Akkasumsa hariiroo biyyoota lameenii fi dhimmoota naannichaarratti marii gaarii taasiissu isaanii Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.