Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu Boqotan

Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Guddina damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan bahatan Dooktar Ambaasaddar Asmaamawu Qalamuu Addunyaa kanarraa du’aan boqotan.

Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu bara 1956 eegalee waggoottan 60’f damee odeeffannoo fi nageenyaaf gumaacha olaanaa kan taasisan yoo ta’u umrii isaanii waggaa 84ffaattii boqotan.

Dooktar Asmaamaawu dhukkuba isaan mudateef biyya keessaa fi biyya alaatti hortdoffii wal’aansarra turuun kaleessa galgala boqotaniiru.

Dooktar Asmaamwu abbaa ijoollee dhiiraa sadii turuu ragaan Tajaajilaa Nageenyaa Odeffannoo Biyyaalessaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.